Fana: At a Speed of Life!

Hawaasni godina Gujii Lixaa Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjooman

Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) – kutaaleen Hawaasaa garaagaraa godina Gujii Lixaa Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjoomaniiru.

Dargaggoonni, Dubartoonnii fi haadholiin Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjoomuu ibsameera.

Tola ooltoonni Godina Gujii Lixaa Fi Booranaa kanneen akka magaalaa Mooyaalee, Bulee Horaa, Yaaballoo, Taltallee,Abbayyaa Sooddoo fi aanaalee godinichaa dhiiga yuunitii kuma 3 walitti qabuuf hojjechaa jiraachuu ibsameera.

Baatiwwan sadan darban tola ooltoonni 85 dhiiga yuunitii 85 laachuu ibsameera.

Maddi :- TOI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.