Fana: At a Speed of Life!

Hawaasni daldalaa naannoo Hararii raayyaa ittisa biyyaaf Birrii miiliyoona 10 deeggarsa taasisuuf waadaa galan

Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC) – Hawaasni daldalaa naannoo Hararii raayyaa ittisa biyyaaf Birrii miiliyoona 10 deeggarsa taasisuuf waadaa galuu Paartiin Badhaadhinaa naannichaa beeksise.

 

Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Hararii obbo Abduujabbaar Mahaammad haala yeroo biyyaalessaa, naannoo fi dhimmoota biroorratti hawaasa daldalaa naannichaa waliin mari’ataniiru.

 

Hirmaattoonni marichaa Birrii miiliyoona 10 raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasiisuuf waadaa galuu eeruu ragaan Biiroo Dhimmoota Koominiikeeshinii mootummaa naannichaarraa argame ni agarsiisa.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.