Fana: At a Speed of Life!

Hawaasni barnootaa Magaalaa Jimmaa Birrii miiliyoona 12 fi sangoota 17 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasisan

Finfinnee, Sadaasa 27, 2014 (FBC) –Hawaasni barnootaa Magaalaa Jimmaa Birrii miiliyoona 12 fi sangoota 17 gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisaniiru.
Hojjattootni Waajjirra Barnootaa Magaalaa Jimmaa, barsisoonni manneen barnoota Mootummaa,barsisoonni manneen barumsaa dhuunfaa waliigala Birrii miiliyoona 12 fi sangoota 17 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Warqaafaraw Yaalawutu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.