Fana: At a Speed of Life!

Hawaasa dippiloomaatikii teessoosaanii Magaalaa Finfinnee taasisaniif ibsi laatamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2014 (FBC) – Miseensoota hawaasa dippiloomaatikii teessoosaanii Magaalaa Finfinnee taasisaniif haala waqtaawaa biyyarratti ibsi laatamaa jira.

Ibsicha Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseenii fi Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar Geediyoon Ximootiyoos laataa jiru.

Ibsichan Ambaasaaddar Reedwaan hawaasni dippilomaatikii haala waqtaawaa biyyarratti hubannoo ga’aa akka qabataniif ni deeggara jedhaniiru.

Qormaata biyyatti muudatee ittisuuf labsiin yeroo arifachiisaa barbaachisaa ta’uu ibsaniiru.

Labsii yeroo ariifachisaa ilaalchisees Dooktar Geediyoon ibsa laata jiru.

Misikkir Sinaafqitu gabaase

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.