Fana: At a Speed of Life!

Harkoonni jaboon Itiyoophiyaanootaa cichoominaan seenaa hojjechuu itti fufan – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Harkoonni jaboon Itiyoophiyaanootaa cichoominaan seenaa hojjechuu itti fufan jedhan Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.

Dooktar Abiy sagantaan Ashaaraa Magariisaa Gannaa har’a xumuramuu ibsaniiru.

Sagantaan Ashaaraa Magariisaa Ganna kanaan karoora ol biqiltuuwwan biiliyoonni 7.5 dhaabbachuu ibsaniiru.

Hirmaannaa fi dhamaatii cimaa Ummanni taasiisan galateeffataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.