Fana: At a Speed of Life!

Hariiroon Ityoophiyaa fi Keeniyaa gidduu jiru seenaa qabeessaa fi bu’uura cimaarratti kan ijaarameedha-Ambaasaaddar Mallas Alam

Finfinnee, Gurraandhala 16, 2014 (FBC)- Hariiroon Ityoophiyaa fi Keeniyaa gidduu jiru seenaa qabeessaa fi bu’uura cimaarratti kan ijaarameedha jechuun Keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Mallas Alam himaniiru.

Ambaasaarichi filannoon waliigala Keeniyaatti gaggeeffamuu nageenya akka qabaatuf duula eegalli biyyoolessaarratti argamun haasaa taasinaanii, qormaata hedduu keessaa kan darbe ciminaa biyyoota lamanii cimsuun barbachisaa ta’uusaan shooraa olaanaa qaba jedhaniiru.

Hariiroon Ityoophiyaa fi Keeniyaa gidduu jiru seenaa qabeessaa fi bu’uura cimaarratti kan ijaarameedha jechuunis himaniiru.

Keeniyaa filaannoo gaggeessitu nagaan akka xumurtuuf hawwi qaban ibsuu isaanii ragaan Keeniyaatti Imbaasii Ityoophiyaarra argame ni muuldhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.