Fana: At a Speed of Life!

Hararitti laabraatooriin qorannaa vaayrasii koroonaa tajaajila laachuu eegale

Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Magaalaa Hararitti laabraatooriin qorannaa vaayrasii koroonaa tajaajila laachuu eegale.

Wiirtichi baha Ityoophiyaaf tajaajila qorannaa kan laatu ta’a.

Garaagartee sa’aa 2 keessatti samuudaa 384 qorachuu danda’as jedhameera.

Laabraatoorii samuudaa Koolleejjii Fayyaa Yuunvarsiitii Haramaayaatti ijaarrame ebbisanii tajaajilaaf kan banan preezdaantii naannoo Hararii obbo Oruddiin Badrii fi preezdaantii yuunvarsiitichaa Dooktar Jamaal Yasuufi.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.