Fana: At a Speed of Life!

Harargeen bakka jeequmsaa osoo hin taane, lafa ulfoo nagaaf misoomaati – Pir. Shimallis Abdiisaa

Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Harargee Lixaa Aanaa Gumbii Bordoddeetti ummata waliin marii taasiisaniiru.

Jireenya ummaataa jijjiiruuf xiyyeeffannoo olaanan hojjetamaa jiraachuu Pireezidaanti Shimallis ibsaniiru.

Harargeen bakka oomishtummaati malee bakka deeggarsi itti barbaadamuu miti jedhan.

Uummanni rakkoo diingdee moo’achuuf ammas aadaa qusannaa cimsuun murteessaa ta’uu dubbataniiru.

Ummanni misooma ariifachiisuun cinaatti qaamolee injifanmoo ummata Oromoo gufachiisuuf yaalan tokkummaan dura dhaabbachuun nageenyasaa tiikfachuu akka qabu Pireezidaanti Shimallis dhaamuu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.