Fana: At a Speed of Life!

Harargee Bahaatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe

Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Godina Harargee Bahaa aanaa Baabbileetti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbuu ibsameera.

Aanaa Baabbilee ganda Jaalallee iddoo addaa Oksan jedhamutti Konkolaattoonni abbaa miila 3 lama walitti bu’uun lubbuun namoota 5 yoo darbu, namoota 2 irra miidhaan qaamaa cimaa qaqqabuu Itti gaafatamaan Diiviizyinii Miidiyaa fi Kominikeeshinii waajjira Poolisii godinichaa Inispeektarri olaanaan Tolasaa Goshuu Faanaa Biroodkaastiing Korporeetiif himaniiru.

Tashoomaa Hayiluutu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.