Fana: At a Speed of Life!

Harargee Bahaa aanaa Goorooguutuutti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee shororkeessitootaa gaggeeffame

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaa aanaa Goorooguutuutti hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffannaa garee shororkeessitootaa gaggeeffameera.

Jiraattoonni kunneen dhaadannoowwan garaagaraa dhageessisuun hiriira balaaleffannaa garee Shororkeessaa ABUT fi deeggarsa duula birmadummaa taasiisaniiru.

Juuntaan diina Ityoophiyaa harma haadhaa ciniine ta’uu hiriirichaan ibsaniiru.

Abjuu biyya diiguu garee shororkeessaa ABUT irree tokkoomeen ni fashaleessina, lola ololaaf hin jilbiiffannu jedhan jiraattoonni kunneen.

Nasarii Yuusuuftu gabaase.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.