Fana: At a Speed of Life!

Harar miseensa Magaaloota Hambaalee Addunyaa ta’uun galmoofte

Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Magaalaan Harar magaaloota biyyoota Saahaaraa gadii jiran keessaa miseensa Magaaloota Hambaalee Addunyaa jalqbaa ta’uun galmoofteerti.

Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin sirna mallattoo Kaanaadaa magaalaa Kuubiikitti gaggeeffameerratti Harar Miseensa Hambaalee Magaalota Addunyaa ta’uun galmaa’uu ishee mallattoo isaaniin mirkaneessaniiru.

Magaalaan Harar Bara Faranjootaa Baatii Waxabajjii 2023 eegaltee miseensa dhaabbata Hambaalee Magaalota Addunyaa ta’uun galmeefteerti.

Dhaabbatichi magaaloota 115 miseensummaan kan hammateedha.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.