Fana: At a Speed of Life!

Har’a Jarman Hangaarii waliin ni tapahatti

Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Awurooppaa har’a gaggeeffamuun keessummeessitu taphichaa Jarmanii fi Hangaarii gidduutti taphni gaggeeffamu kan eegamuudha.

Sagantaan ba’e akka mul’isutti har’a sa’aatii 10:00tti Kirooshiyaa fi Albaaniyaan kan taphatan ta’uun ibsameera.

Galgala sa’aatii 1:00 ammoo Jarmaan Hangaarii waliin kan taphatan yoo ta’u, sa’aatii 4:00 irratti ammoo Iskootilaandi Siwiizarlaandi waliin ni taphatu.

Taphoonni har’a gaggeeffaman tapha gulaallii ramaddii marsaa lammaffaa yoo ta’u, marsaan jalqabaa kaleessa xumuramuun kan yaadatamuudha.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.