Hanqinni gartuu dhiiga O mudachuu Baankiin Dhiigaa Biyyoolessaa ibse
Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)-Tajaajjilli Baankiin Dhiigaa Biyyoolessaa hanqinni gartuu dhiiga O mudachuu beeksiseera.
Baankichi gartuun dhiiga O yeroo ammaa kan kuusaa keessa jiru kan guyyaa 7f tajaajiilan qofa ta’u ibseera.
Ta’us lammiilee gartuu dhiiga O ta’anii damee tajaajila baankii dhiiga naannoo isaaniitti argamuu deemuun dhiiga akka arjoomaanii fi lubbuu akka bararaan waamichi dhiyaateera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.