Fana: At a Speed of Life!

Hanqinaalee kenniinsa tajaajilaa waaraan furuuf ni hojjenna – Obbo Xilahuun Kabbadaa

Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Hanqinaalee kenniinsa tajaajilaa waaraan furuun gaaffilee ummataa deebisuuf ni hojjenna jedhan Pireezidaantiin Naannio Kibba Itiyoophiyaa Obbo Xilahuun Kabbadaan.

Obbo Xilahuun miseensota hoggansa fi hojjettoota giddu gala Waalaayittaa Sooddoo waliin adeemsa hojii yeroo itti aanuu fi kenniinsa tajaajilaarratti mari’ataniiru.

Hanqinaalee kenniinsa tajaajilaa waaraan furuun gaaffilee bulchiinsa gaarii fi misoomaa deebisuuf dhimmoota dandeessisanirratti xiyyeeffachuun mari’ataniiruu.

Hojjettoonni tajaajila fedhii ummataa madaalu kennuu akka qaban hubachiisaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.