Fana: At a Speed of Life!

Hanni gufuu fi salphina – MM Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Waxabajjii 27, 2016 (FBC) – Hanni gufuu fi salphina guddaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Akka mootummaatti hanni raawwatame hin jiru, kana qaamni kamuu sakatta’uu fi qulqulleessuu danda’a jedhan.
Ummata Itiyoophiyaa hin hannu, waan dandeenyuun misoomsuuf hojjechaa jirra jedhan.
Hanni farra guddina Itiyoophiyaa ta’uu qaamni kamiiyyuu sirnaan hubachuu akka qabu yaadachiisaniiru.
Piroojektoota misoomaa hojjetamaa jiranirratti hanga danda’ame hordoffiin taasiifamaa jiraachuu kaasaniiru.
Seerri kana dura ture hattootarratti tarkaanfii fudhachuuf rakkisaa kan ture ta’uu eeraniiru.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.