Haleellaan nageenya Saayibarii harki caaluu sababa hanqina hubannoon kan mudatu ta’uu ibsameera
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Haleellaan nageenya Saayibarii % 80 -90 sababa hanqina hubannoo fayyadamtootaan kan mudatu ta’uu ibsameera.
Baatiin nageenya Saayibarii biyyaalessaa 4ffaan kabajamaa jira.
Haleellaa nageenya saayibarii hir’isuuf hubannoo fayyadamtootaa guddisuun barbaachisaa ta’uu ibsameera.
Hubannoo fayyadamtoota nageenya Saayibarii ilaalchisee qorannoon gaggeeffame saganticharratti ifoomeera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.