Fana: At a Speed of Life!

Haleellaan dooniiwwan daldalaa Galaana Diimaarra socho’anirratti raawwatamu akka dhaabbatu Chaayinaan gaafatte

Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Haleellaan dooniiwwan daldalaa Galaana Diimaarra socho’anirratti raawwatamu dhaabbachuun naannawichatti nageenyi waaraan akka bu’u Chaayinaan gaafatte.
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Yuun har’a Ministira Dhimma Alaa Yeeman waliin marii taasiisanirratti waamicha kana dhiyeessuu ibsameera.
Chaayinaan dhimmicharratti qooda ishee ba’uuf qophii ta’uu eeruu isaanii Reuters gabaaseera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.