Fana: At a Speed of Life!

Haaromsi Hospitaala Dubtii fi ijaarsa bu’uuralee misoomaa eegale

Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan haaromsa Hospitaala Dubtii fi ijaarsa bu’uuralee misoomaa hospitaalichaa eegalachiisan.

Hospitaalli Dubtii waggoota 50 ol hawaasa taajaajilaa jiraachuu eerameera.

Dooktar Liyaan sagantaa eegalchiisaa haaromsa hospitaalicharratti, weerara tasaa dhibeewwanii fi wayita walitti bu’iinsaa deebii kennuu fi hawaasaa tajaajilaa turuu yaadachiisaniiru.

Haaluma kanaan tajaajila hospitaalichi kennu gara sadarkaa caaluutti ceesisuuf rakkoolee bu’uuraalee misoomaa waan qabuuf haaromsi taasifamuun barbaachisaa ta’uu hubachiisaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.