Fana: At a Speed of Life!

Haaromsi eeyyama daldalaa guyyoota 10’f dheerate

Finfinnee, Amajjii 1, 2016 (FBC)-Tajaajilli Haaromsa eeyyama daldalaa guyyoota 10’f dheerachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse.

Addaan ciccitiinsa hojmaataa fi caaseffama naannoleen, adeemsi tajaajila haaromsa eeyyama daldalaa gufachuurraan, tajaajilichi guyyoota 10’n itti aanaaniif akka dheeratu murtaa’uun ibsameera.

Daldaltoonnis adabbii malee tajaajila haaromsa eeyyama hojii daldalaa argachuu akka danda’an ministeerichi beeksiseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.