Fana: At a Speed of Life!

Haalonni qilleensaa roobaa kennuu danda’an kutaalee biyyatti garaagaraatti itti fufuudanda’u-Inistiitiyuuticha

Finfinnee, Fulbaana 2, 2015 (FBC) – Haalonni qilleensaa roobaa kennuu danda’an kutaalee biyyatti garaagaraatti itti fufuu akka danda’u fi irra jireessan walakkeessi Lixaa kutaa biyyattii rooba caalu kan qabaatu ta’uu Inistiitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa Ityoophiyaa beeksiseera.

Inistitiyuutichi raagaa haala qilleensaa guyyoottan kurnan dhufaanii baaseen, haalonni qilleensaa roobaa kennuu danda’an kutaalee biyyatti garaagaraatti itti fufuu akka danda’u fi irra jireessan walakkeessi Lixa kutaa biyyattii roobaa caalu kan qabaatu ta’uu eereera.

Roobni Gannaa ba’uuf naannawaa Kaabaa fi Kaabaa Bahaa biyyattii tokko tokkotti guyyoota muraasaaf harkifachuu akka danda’uu raageera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.