Haala magaalota garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’an deebisanii dhaabuun danda’amurratti mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Haala magaalota naannoo Amaaraa garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’an deebisanii dhaabuun danda’amurratti mariin magaalaa Dabra Birhaanitti gaggeeffamaa jira.
Maricharratti Ministira Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa aadde Caaltuu Saanii dabalatee hoggantoonni olaanoon argamaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa Qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.