Fana: At a Speed of Life!

Haala Kookaa Koollaan Ityoophiyaatti invastimantiisaa babal’isuu danda’urratti mariin gaggeeffame

Finfinnee, Eebla 11, 2015(FBC)- Afrikaa Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Muktaar Kadir Afrikaatti Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Dhaabbata Kookaa Koollaa Jaakuyees Varmeelan waliin mari’atan.

Mariisaaniin, hojiilee invastimantii dhaabbatichi Ityoophiyaatti hojjechaa jirurratti mari’achuu ragaan Afrikaa Kibbaatti Embaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Kana malees haala dhaabbatichi Ityoophiyaatti invastimantiisaa babal’isuu danda’urratti mari’atamuu eerameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.