Fana: At a Speed of Life!

Haadholiin guyyaa har’aa dahan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laatan

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa godina Silxee fi Naannoo Amaaraa magaalaa Chaaginiitti haadholiin guyyaa har’aa dahan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laataniiru.
Aadde Alamnash Zargaaw Godina Silxee aanaa Silxii magaalaa Qibaatiiti daa’ima durbaa ega deessee booda filannoo marsaa 6ffaaf sagalee ishee laatteerti.
Maqaa daa’ima ishees ‘Filannoo koo’ jechuun moggaasuu himteerti.
Magaalaa Chaaginiittis Deessuun aadde Wubatee Warquu jedhamutu daa’ima durbaa erga deessee booda filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laachuu ibsameera.
Sooddoo Lammaa fi Yisimaaw Adaraatu gabaase.
Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Yuutyuubiihttps://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/
Twiitara Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.