Fana: At a Speed of Life!

Guyyoottan 11’n dhufan haalli qilleensaa roobaaf gumaachu akka jiraatu eerame

Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Guyyoottan 11’n dhufan haalli qilleensaa roobaaf gumaachu guyyaarraa gara guyyatti cimaa akka adeemu Inistitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa beeksise.

Irra jireessaan naannawaa qonni Arfaasaa gaggeeffamutti roobni fooyya’aan akka jiraatu ibsameera.

Haaluma kanaan naannawaa Kaabaa, Kaaba Lixaa, Kibba Lixaa, Kibba, Giddgaleessa, Kaaba Bahaa akkasuma Sululaa Qiinxamaa fi naannawichatti roobni fooyya’aan akka jiraatu beeksiseera.

Dabalataan darbee darbee naannawaa Giddugaleessa, Kaaba Bahaa fi Lixaatti rooba cimaa akka argatan kan eegamu ta’uun ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.