Fana: At a Speed of Life!

Guyyoottan 10’n dhufan naannawaaleen waqtii rooba 2ffaa rooba akka argatan ibsame

Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Guyyoottan 10’n dhufan naannawaaleen waqtii rooba 2ffaa argatan, rooba salphaa hanga giddugaleessaa akka argatan Inistiitiyuutiin Raagaa Haalaa Qilleensaa Itiyoophiya beeksise.

Haalli qilleensaa rooba harkisaan naannawaalee biyyattii Kibba, Baha, Kibba Lixaa fi Lixatti haalaa roobaa fooyya’aa akka qabaatan ibsameera.

Waqtii Gannaatti naannawaaleen roobaa argachaa turan Lixa, Kibba Lixaa akkasumaas Bahatti roobni akka itti fufu akeekeera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.