Fana: At a Speed of Life!

Guyyoota 5 keessatti meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 43 olitti tilmaamamu to’atame

Finfinnee, Caamsaa 5, 2012 (FBC) – Guyyoota 5 keessatti meeshaalee koontiroobaandii Birrii miiliyoona 43 fi kuma dhibba 8 olitti tilmaamamu to’atamu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.
 
Caamsaa 1- 5, 2012tti Ministeerri Galiiwwanii Poolisii Federaalaa, Raayyaa ittisa biyyaa, qaamoolee nageenyaa naannoolee fi hawaasa waliin ta’uun meeshaalee koontiroobaandii fi doolaara seeran alaa to’achuu beeksiseera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.