Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan qophiilee garagaraan kabajame

Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) – Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan qophiilee garagaraan bulchiinsa magaalootaa fi naannoleetti kabajameera.

Guyyichi Magaalaa Finfinnee, Naannoolee Tigraay, Hararii, Gaambeellaatti qophiilee garaagaraan kabajameera.

Magaalaa Finfinnee Yaadannoo Injifannoo Adwaatti mata duree ‘Adwaa mallattoo uummattoota gurraachaa’ jedhuun agarsiisaa garaagaraan kabajameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.