Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan wareegamtootaa Gurraandhalli 12 kabajamaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2014 (FBC)- Guyyaan wareegamtootaa Gurraandhalli 12 kabajamaa jira.

Guyyaan wareegamtootaa kun  siidaa yaadannoo wareegamtootaa Kiiloo 6tti argamutti kabajamaati kan jiru.

Sirnicharratti jiraattonni magaalaa Finfinnee, gootonni durii, hoggantoonni mootummaa olaanoon, abbootiin amantii fi barattoonni manneen barnoota adda addaa argamaniiru.

Guyyaan har’a yaadataama jiru guyyaa Ityoophiyaanoonni kumni 20 hanga 30 weerara xaalayiinaan waggaa 85 dura itti wareegamaniidha.

Guyyichi kan yaadataamu dhaalonni lafaa dhufaan birmadummaan Ityoophiyaa salphumatti sadarkaa har’aa hin geenyee jedhan.

Ililliin yaadannoo wareegamtootafis kaa’ameera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.