Guyyaan Wareegamaa Dirree Dhawaatti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC)- Qaammeen 2, Guyyaan Wareegamaa, Magaalaa Dirree Dhawaatti mata duree “Biyyaa Wareegamaan Ijaaramtu” jedhuun kabajamaa jira.
Guyyicha ilaalchisuun Addabaabaayii Geejjiba Baaburaatti argisiisa qaamolee nageenyaatiin, kabajamaa jiraachuu ragaan kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.