Guyyaan Waldaa Abbootii Fardeen Agawoo 84ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) – Guyyaan Waldaa Abbootii Fardeen Agawoo 84ffaan magaalaa Injibaaraatti kabajamaa jira.
Guyyichi mata duree ‘Gootummaa Nageenyaa obbolummaaf’ jedhuun qophiilee garaagaraan kabajamaa jira.
Ayyaanichi bakka hoggantoonni naannoo Mootummaa Amaaraa fi hawaasni bal’aan argamanitti kabajamaa jiraachuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Godina Awwiirraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.