Guyyaan Sabootaafi Sablammootaa 17ffaan Magaalaa Shaashamanneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 26,2016 (FBC)- Guyyaan Sabootaafi Sablammootaa 17ffaan Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Magaalaa Shaashamanneetti kabajamaa jira.
Guyyaan Sabootaafi Sablammootaa 17ffaan mata duree “Tokkummaa sabdaneessummaa keenyaa nageenya waaraaf ” jedhuun kabajamaa jira.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.