Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan qaama miidhamtootaa magaalaa Bahaar Daaritt kabajame

Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) – Guyyaan qaama miidhamtootaa idil addunyaa 29ffaan magaalaa Bahaar Daaritti har’a kamajameera.

Ayyaanichi mata duree ‘Covid -19 booda qaama miidhamtootaaf addunyaa mijataa, hammataa fi fooyya’aa ta’e ni ijaarra’ jedhuun kabajameera.

Guyyaan qaama miidhamtootaa akka Ityoophiyatti yeroo 28ffaaf, akka addunyaatti ammoo yeroo 29ff mata dureewwan garaagaraan kabajamaa ture har’a xumurameera.

Sirnicharratti itti aanaa preezdaantii mootummaa naannoo Amhaaraa Dooktar Faantaa Maandafiroo, Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddaasaa fi hoggantoonni mootummaa olaanoon biroo argamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.