Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan idil addunyaa hararii Tooroontootti kabajamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC) – Guyyaan idil addunyaa Hararii Kaanaadaa Tooroontootti kabajamaa jira.

Sirna kabajichaarratti Pireezidaantii naannoo Hararii Obbo Ordiin Badirii dabalatee Kaanaadaatti Ambaasaaddara Fitsum Aragaa, hoggantoonni mootummaa  fi dhalattoonni hararii biyyoota garaagaraa jiraataan argamaniiru jedhame.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.