Guyyaan daa’immanii Hawaasaatti kabajameeraa
Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Guyyaan daa’immanii akka addunyaatti yeroo 13ffaaf akka Ityoophiyaatti ammoo yeroo 15ffaaf naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaatti kabajameera.
Ayyanichi mata duree ‘dhaaloota qaruu biyyaa ni ijaarraa’ jedhun kabajameera.
Ayyaanichi sadarkaa biyyooleessaatti Sadaasaa 9, 2013 irraa eegalee naannoo Sidaamaatti qophilee garaagaraan kabajaama tureera.
Guyyaa har’as sagantaan xumuraa magaalaa Hawaasaa galma Barkumeetti kabajameera.