Guyyaan bishaanii addunyaa yeroo 27ffaa kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC)- Guyyaan bishaanii addunyaa yeroo 27ffaa kabajamaa jira.
Guyyichi mata duree ‘bishaaniif gatii laachuu’ jedhuun kabajamaa kan jiru.
Guyyichi wayita kabajamuu dhimmoota bishaaniif gatii laachuu, xiyyeeffannaa bu’uraalee misoomaa bishaaniif, hojiwwanii fi tajaajila bishaaniif gatii lachuurratti mariin taasifameera.
Yeroo amma kana addunyaarratti sababoota walitti bu’iinsa, buqqa’uu fi rakkoolee garagaraatin namoonni biiliyoonni 2.2 ol bishaan qulqulluu akka hin argannee ragooleen ni muul’dhisu.
Guyyaan bishaanii bara Faranjoota 1993 irraa eegalee Bitootessa 22 ni kabajama.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofanaYuutyuubii
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.