Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa Magaaloota Oromiyaa garaagaraatti kabajame

Finfinnee, Onkololeessa 4, 2017 (FBC) – Guyyaan Alaabaa Itiyoophiyaa 17ffaan Magaalota Oromiyaa garaagaraatti kabajameera.

Guyyaan kun Magaalaa Shaashamannee fi Jimmaatti qophiilee adda addaan kabajameera.

Guyyaan alaabaa Itiyoophiyaa 17ffaan mata duree “Alaabaan keenya tokkummaa biyyaaleessaaf, birmadummaafi ol ka’iibsa Itiyoophiyaaf!” jedhuun sagantaa garaagaraatiin kabajamaa jira.

Lammaa Tasfaayee,Hannaa Bayyanaa fi Abdurahmaan Mahammaditu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.