Guyyaan Alaabaa har’a ni kabajama
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Guyyaan Alaabaa yeroo 14ffaaf har’a ni kabajama jedhame.
‘Boqonnaa haaraa birmadummaa guutuun Olka’iinsa Alaabaa keenyaaf’ mata duree jedhuun kabajama jedhameera.
Guyyaan kun magaalaa Finfinneetti dhaabbilee mootummaa, mit mootummaa, manneen barnootaa, mooraawwan waraanaa, Imbaasiiwwanii fi dhaabilee biroo keessatti kan kabajamu ta’uu Manni Maree magaalichaa ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.