Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan Alaabaa Embaasiiwwan Itiyoophiyaa biyyoota garaagaraatti kabajame

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC)- Guyyaan Alaabaa 16ffaan Embaasiiwwanii fi Waajjiraalee Qonsilaa Itiyoophiyaa biyyoota garaagaraatti argamanitti kabajameera.

Guyyichii Embaasiiwwan Itiyoophiyaa Hindi, Jaappaan, Kuwaataar, Xaaliyaanii, Taanzaaniyaa, Sudaan Kibbaa, Jibuutii, Emereetota Araba Gamtoomanii fi biyyoota birootti kabajameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.