Guyyaan Alaabaa boru ni kabajama
Finfinnee, Fulbaana 30, 2014 (FBC) -Magaalaa Finfinneetti Guyyaan Alaabaa yeroo 14ffaaf boru ni kabajama jedhame.
‘Boqonnaa haaraa birmadummaa guutuun Olka’iinsa Alaabaa keenyaaf’ mata duree jedhuun kabajamaa jedhameera.
Guyyaan kun magaalaa Finfinneetti dhaabbilee mootummaa, mit mootummaa, manneen barnootaa, mooraawwan waraanaa, Imbaasiiwwanii fi dhaabilee biroo keessatti kan kabajamu ta’uu Manni Maree magaalichaa ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.