Fana: At a Speed of Life!

Guutummaa naannoo Tigiraayitti elektirikiin irra deebiin adda cite

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Hafteen Juuntaa bu’uuraalee misoomaa elektiriikii irratti miidhaa qaqqabsiisaniin, guutummaa naannoo Tigiraayitti eleektirikiin irra deebiin adda citeera.
Hafteen juuntaa naannoo Adiiguudoom jedhamu sarara daddabarsa humna olaanaa Alaamaaxaa-Maheenii –Maqalee diriirfame irratti miidhaa qaqqabeen naannichaatti elektirikiin adda citeera.
Humni Elektirikaa Ityoophiyaa bu’uuraalee misoomaa barbadaa’an deebisee suphuun tajaajila akka laatuuf hojjechaa jiraachuu ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.