Fana: At a Speed of Life!

Gurmaa’insa caasaa gandaan hawaasni tajaajila saffisaa fi haqa qabeessa argachaa jira- Obbo Kaffaaloo Tafarraa

Finfinnee, Bitootessa 15, 2017 (FMC) –Gurmaa’insa caasaa gandaa mootummaan hojiirra oolcheen hawaasni tajaajila saffisaa fi haqa qabeessa argachaa jiraachuu Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaaloo Tafarraan ibsan.

Obbo Kaffaloon Godina Arsii aanaalee garaagaraatti hojiilee misoomaa daawwataniiru.

Kenna tajaajilaa gurmaa’iinsa caasaa gandaa, mana murtii aadaa fi hojiilee misoomaa biroo daawwataniiru.

Itti gaafatamaan Ijaarsa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Dooktar Mangistuu Baqqalaan gamasaaniin, mootummaan hojiilee misoomaatiif xiyyeeffannoo kennee hojjechaa jiraachuu himuu ragaan BKO irraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.