Gurmaa’iinsa Paartii Badhaadhinaa sadarkaa Federaalaaf sirni beekamtii kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 25, 2016 (FBC)–Sirni beekkamtii kennuu gurmaa’iinsa Paartii Badhaadhinaa sadarkaa Federaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.
Waltajjicharratti Pireezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah, Walitti Qabaa Gurmaa’iinsa Dhaabbilee Federaalaa Dooktar Alamuu Simee dabalatee qondaaltonni olaanoo paartichaa biroon argamaniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.