Gurmaai’insa haaraan aangoon Qaamolee Hojii Raawwachiiftuu fi Hojmaataa 22 ta’uun dhiyaatan
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) – Gurmaai’insa aangoo Qaamolee Hojii Raawwachiiftuu fi Hojmaataa Mootummaa Federaalaa Diimookiraatwaa Rippaablika Ityoophiyaan haaraan Manneen hojii Ministirootaa 22 ta’uun dhiyaataniiru.
1. Ministeera Qonnaa
2.Ministeera Indaastirii
3.Minsteera Daldalaa fi Hariiroo Naannawaa
4. Ministeera Albuudaa
5. Ministeera Tuurizimii
6. Ministeera Hojii fi Kalaqaa
7.Ministeera Maallaqaa
8. Ministeera Galiiwwanii
9. Ministeera Pilaanii fi Misoomaa
10. Ministeera Innooveeshinii fi Teeknoolojii
11. Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii
12. Ministeera Misooma Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa
13. Ministeera Bishaan fi Inarjii
14. Ministeera Jallisii fi naannoolee Gammoojjii
15. Ministeera Barnootaa
16. Ministeera Fayyaa
17.Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa
18.Ministeera Aadaa fi Ispoortii
19 .Ministeera Raayyaa Ittisaa
20.Ministeera Dhimma Alaa
21.Ministeera Haqaa
22.Ministeera Nageenyaa
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.