Gurgurtaan Boondii Ityoophiyaa sadarkaa gabaa idil addunyaatti fooyya’insa agarsiise
Finfinnee, Amajjii 24, 2014 (FBC)- Gurgurtaan Boondii Ityoophiyaa sadrkaa gabaa idil addunyaatti fooyya’insa agarsiisuu ibsameera.
Manni Maree Ministiroota biyyattitti labsamee kan ture labsiin yeroo aarifachiisaa akka gabaabbatuuf murtoo darbee hordofee raawwiin bittaa boondii doolaaran gurugurtaan boondicha doolaaraan saantimaa 6 fedhiin dabaluu agarsiiseera jedhameera.
Gurgurtaan alaa boondii %13 caalmaa kan agarsiisee fi biyyoota 80 guddinarra jiran keessaaniin fooyya’aa ta’uu Biluumbarg gabaaseera.
Bara Faranjoota darbe sababa rakkoo nageenyaatin gurgurtaan boondii hir’atee akka ture yaadachiiseera.
Maddi:-TOI
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.