Gumiin Balal marsaa 35ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Waltajjiin Gumiin Balal Marsaa 35ffaan mata duree “Heddumminniifi walqixxummaan tokkummaa biyyaatiif” jedhuun gaggeeffamaa jira.
Kabaja guyyaa Sabaa fi Sablammoota 18ffaa barana kabajamuu bu’uureffachuun marichii gaggeeffamaa jiraachuun eerameera.
Maricharratti, Afyaa’ii Itti Aanaa Caffee Oromiyaa Obbo Eliyaas Ummataa, Hogganaa Biiroo Komunikeeshiinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa, Itti Gaafatamaa Waajjira Pireezidaantii Dooktar Abdulaziiz Daawud, hayyoonni garagaraa hirmaachaa jiraachuu ragaan Waajjira Pireezidaantii Naannoo Oromiyaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.