Fana: At a Speed of Life!

Gumiin balal marsaa 18ffaan mata duree ”Dhimmoota ijoo marii biyyaalessaa fi furmaata inni biyyaaf qabu ” jedhurratti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Muddee 16, 2014 (FBC)- Gumiin balal marsaa 18ffaan ”Dhimmoota ijoo marii biyyaalessaa fi furmaata inni biyyaaf qabu ” mata duree jedhurratti Waajjira Preezdaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti gaggeeffamaa jira.

Marichaaf yaada ka’umsaa kan dhiyeessan hayyuu duree ABO duraanii Obbo Leencoo Lataa fi Dareektera Diyaaspooraa fi Gorsaa Dhimmoota Komunikeeshinii Preezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Amiin Jundii ta’uu ragaan Waajjira Preezdaantii naannoo Oromiyaarraa argame ni muul’isa.

Waltajjii marichaarratti hayyoonni siyaasaa fi paartilee morkattootaa argamuu ibsameera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.