Fana: At a Speed of Life!

Gumiin Balaal Marsaa 31ffaan mata duree, “Magaalaafi Oromoo: Carraalee, Hudhaaleefi Akeekkii Gara Fuulduraa” jedhuun gaggeeffame

Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Waltajjiin marii Gumii Balaal Marsaa 31ffaan mata duree, “Magaalaafi Oromoo: Carraalee, Hudhaaleefi Akeekkii Gara Fuulduraa” jedhuun jedhuun Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti gaggeeffameera.

Waltajjicharratti hoggantoonni olaanoon mootummaafi hayyoonni argamaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.