Fana: At a Speed of Life!

Gumiin Balal marsaa 22ffaan mata duree “Godaansa seeraan alaa; sababoota, miidhaa fi furmaata isaa” jedhurratti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Waltajjiin Gumiin Balal Marsaa 22ffaan mata duree ” Godaansa seeraan alaa; Sababoota,Miidhaa fi Furmaata isaa” jedhurratti gageeffamaa jira.

Waltajjiin kun waajjira Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti gaggeeffamaati kan jiru.

Mata duricha kan dhiyeessan Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftii fi Obbo Tasfaayee Wayyeessaa yoo ta’an, namoonni dhaabbiilee garaagaraa keessatti rakkoo godaansa seeraan alaa xiqqeessuurratti hojjetanii fi qooda fudhatoonni biroo hirmaachuu ragaan waajjira Preezdaantii naannoo Oromiyaarraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.