Fana: At a Speed of Life!

Gujii Lixaatti deegarsi hoggansa jijjiirramaa gaggeeffame

Finfinnee, Amajjii 25, 2013 (FBC) – Godina Gujii Lixaa magaalaa Bulee Horaatti hiriirri deeggarsaa hoggansa jijjiiramaa gaggeeffameera.
Hiriira kanarratti jiraattoonni aanaalee godinichaa hundarraa hirmaachuu ibsameera.
Hiriirichi mata dureewwan, Oromummaan hammattummaadha, Oromoon biyya bulchuu akka dandahu hojiin agarsiiseera, nuti Oromoon deeggarsa kamiiniyyuu ilmaan Abbaa Gadaa faana ni dhaabanna jedhuun gaggeeffameera.
Hiriirri deeggarsaa gaggeeffame karaa nagaan xumuramuu waajjirri dhimmoota kominiikeeshinii mootummaa Godina Gujii Lixaa beeksiseera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.