Fana: At a Speed of Life!

Goondaritti Kilaashin kooviin 10 fi rasaasni shugguuxii Tuurkii kumni 5 fi 681to’atame

Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Goondaritti Kilaashin kooviin 10 fi rasaasni shugguuxii Tuurkii kumni 5 fi 681 to’atameera.

Meeshaaleen kunneen giddugala Goondar aanaa Taach Aarmaacoo buufata Guumruukii damee Saanjaatti sakatta’iinsa humni addaa naannoo Amaaraa fi ogeeyyiin guumuruukaa taasisaniin seeraan ala osoo dabarfamuu to’annoo jala oolera.

Meeshaan waraanaa seeraan alaa kun konkolaataa Piikaappii abbaa gaabbiinaa lamaan magaalaa Soroqaa aanaa Gaaxee irraa ka’uun Goondar seenuuf waayita yaalutti to’annoo jala oluun kan himame.

Konkolaachisaan to’annoo jala oluun qoratamaa jiraachuun himameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.